Irreecha Bara Kanaafi Yaddanno Wagaa Darbee

 

Ayyaannii Irreechaa Biyya German Magaala Frankfurt Kessati haala ho’aa fi nama hawwatuun Kabajamee ooleee. Dabalatanis wagaa darbee gochaa sukkaneessa Mootummaa Wayyanee dhaan  Ilimmaan Oromoo irrati Bishooftuu  Irreechaa irrati Lubuun isanii dhuman Yaadatamee olee jira. Haaluma kanaan Walaloofi gaddaafi ibsaan dhungoo wareegamitootaaf ifee jira.

Ayyaana Irreecha Frankfurt
Ayyana irreecha

 

 

 

Nadhani

Leave a Reply