Lubuun Baratoota Oromo 3 Darbee

On

Dhukaasinii Humni Waraana Agaazii (wayyane tplf) Barattoota Yunivarsiitii Haramayyaa irratti har’a fudhateen hanga ammaatti barattootni sadi lubbuun darbuutuisa beekamee jira. Kanneen barattoota 200 lakkaa’aman miidhaa cimaaf saaxilamuun Hospitaala Hararitti Ambulaansiin guuramaa jiru. Yuunivarsiitiin Harammayyaa Warraaqsaa FDG dhoosuun gaaffii Mirga Abbaa biyyummaa dhiyeeffachuun…

Baga Gammadan!

On

Baga Gammadan Oromoon MaraaBaga gamamadan Oromoon martuu,Dr. Birhanemeskel Abebe Segni fi Girmabbaacabsaa isin namoota kutannoo tokkon ka’ee Afaan kun akka BBC dhaan tamisaassa isa jalqabuufi bu’uura kan ta’ee isiniidha.Kan nama ajjaa’ibuu moo BBCn Afaan oromootin tamisaasuu mitti. Namoonii alaafii mana keessa Afaan…

Dubbadhu

On

By Seenaa Abdissa Akkuma Beekamu Yunversiitin Haramaayaa Yunversiitii Mooraa humna Federaalaa(Federal Cump) waliin wal keessa Jirtu dha.Yunversiitii kana cina Mooraa Humna Federaalaatu jira.Mooraan Humna Federaalaa kun Mooraa Barnootaa kana cina jiraachuun isaa barattoota Saba birootiif eegumsa ykn Gaaddisa guddaa dha.Barattoota Oromootiif garuu…

Ambo Gara Galigalaa Lafatu Gaggaragalaa Kan Jedhan Egallaa Jira

On

Haaromeeti/ UpdatedMootumaan Wayyane(TPLF) goototaa ummata ilmaan Ambooti raafammaa jirti.Magaala Ambo keessa loltoonii wayyaneeti marffamitee jirti. Ammaafi manneen barnootaa cufamaniruu. Barattoonni sadarkaa tokkoffaa sadarkaa lammaffaa fi qophaa’inaa dabalatee M/B akka seenaniin hundumtuu barumsa didaanii yahuun mormii mormii isaanii itti fufaniiru. Ammas hiidhaa fi…